Psalms 119:43 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja ch'ufa d'uga na dubbachiisi, waan anini hojja ch'ufa jecha kanke abdad'uufi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Seera kee waan hedadhuuf; dubbii dhuga'aa kee afaan kiyya keessaa sirimaa hin fageessin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani seera keetitti addii waan godhadhuuf, jecha dhuga'aa keeti dubatiisa na hin dhooggin.