Psalms 119:50 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaargala keesale, wonti garaa na jabeesa, kakhu tante ta na jireesitu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubbiin kee jiraataa waan na taasiseef kun rakkinna kiyya keessattillee na jajjabeessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waadaan keeti jiruu waan naa kenneef, rakkinna kiyya keessatti jajjabeenni kiyya kana.