Psalms 119:54 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jireenna kiyya gabaaba lafa tana kana keesati, anini sirba baase Seera kanke faarsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Biyya keessummumma'aa keessatti seerri kee faaruu naa ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addee le'u maratti ajaji keeti faaruu tiyya.