Psalms 119:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini ato aada tante barad'u, garaa qulqullooni sii faarsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa murtii kee qajeelaa baradhu, onnee qajeeltu'uun si galatoonfadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Muraa haqaa teeti yennaa baradhe, ani gadhaa qajeela'aan si leellisa.