Psalms 119:75 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, anini imbeekha, aka dubbini tante ch'ufti d'ugaa, ammalle aka atini d'uga gula gaargala nati ergite.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! murtiin kee balchaa akka ta'e hin beeka; wonti ati na hucuucceefillee waan Waaqa dhuga'aa taateef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, muraan teeti dhugaa akka teete, ani hin beeka; ati addatamumma'aan na adadde.