Psalms 119:89 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, dubbini tante haga hegeri teeti; isiini haga jirtu ch'ufa gubbaa jirti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! dubbiin kee baraa haga bara baraa jabaatee samii keessa jiraata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, jechi keeti haga bara baraa, ol-gubbaa keessatti jabaatee jiraata.