Psalms 119:98 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Seeri kanke hojja ch'ufa na woliini jira, tanaafi anini nyaapa kiyya ch'ufa ira qalbi qaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Seerri kee waan na keessaa hin banneef, diintota tiyya caalaa akka hubadhu na taasisan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ajaji keeti yennaa mara na woliin waan jiruuf, diinota kiyya caalaa qaroo na godha.