Psalms 119:99 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini nama na barsiise ch'ufa ira qalbi qaba, waan anini barsiisa tante guyya ch'ufa hereguufi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani seera kee hennaa maraa waan dhudhumuuf, worra na barsiisan caalaa ogummaa qaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani seera keeti itti deddeebi'ee waan yaaduuf, barsiisota tiyya mara caalaa qarummaa qaba.