Psalms 12:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, nu qarqaari! Nami si beekhu lafa keesati inhamne, nama d'uga gula deemu deebiani lafa keesati inargani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! waan namni amanamaan tokkollee hin jirreef yabo'oo na gargaari; fiixaa namaa keessaa namoonni amanaman dhabamaniiran.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, nami Waaqa sodaatu waan hin jirreef, nu qarqaar; nami addatamaan ilmaan namaa oddu'uu dhabameera.