Psalms 12:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Araba nama sobu kana AABBO Waaqi ha ch'allisisu afaani kiyyiba dubbata ka tae dubbi teennaani waan feenu arganne, waan feenu dubbanna, nami dandae nu ind'owu jed'a ha ch'ufuti,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Afaan soba dubbatu maraa; arraba dubbii baay'issu; Rabbi haa balleessu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa hidhii sossobaatii fi arraba koorameessaa kutuu ti.