Psalms 12:4 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kunniin, «Afaan keennaan mooyanna; arrabni keenna; gooftaan keenna eennu?» worra jedhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan, «Nuuti dubbannee waan feene hin dhagganna; waan feene hin dubbanna; ka nu dhoogguu dande'u hin jiru» jedhan.