Psalms 12:5 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi waan jed'u, waan hiyyeesa dabsani, d'ipatani tae ouufi, anini amma d'ufe qarqaarsa worri fed'u kennaafi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi garuu, «Rakkoo hiyyeeyyi'itii fi iyya worra rakkattootaatiif amma hin ka'a; nagaya isaan dharra'aniin isaan jiraachisa» jedha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa ammoo, «Worri hiyyeeyyiin waan cunqurfameef, worri rakkataan waan iyyuuf, qarqaarsa isaan barbaadanu kenniisaaf ani hin ka'a» jedha.