Psalms 12:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan Waaqi kakhatu d'ugefachu malani; kakhuuni isaa sunini qulqullo, aka qarsi maro torba ibida keesati bassani jirti.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubbiin abdi'ii ka Rabbii amanama'a; akka birrii sunsuma ibiddaatiin harka torba baffameetitti qulqullaaye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dubbiin Mootii Waan Maraa qullu'u; akka meetii barbada ibiddaatitti baxxee yennaa torba qulloottee ti.