Psalms 12:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ch'ubbichi fulla ch'ufa jira. Nami ch'ufti hameenna faarsa. Ee AABBO Waaqa, hojja ch'ufa nu qorqorad'i, harka worra akana kana seenu nu d'owi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! ati hennaa maraa nu eedda; namoota hamaa bara kanaa jalaa nu baafta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, ati isaan hin gollita; dhaloota hamaa irraa haga bara baraa nu hin eedda.