Psalms 120:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
T'iya askarti ta qara qabdufi ch'ile ibidaa diimtuni isani gaargalcha!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Buundhee woraanaa ka qarame; barbadaa cilee ajo'ootiin si adaba.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daaya loltootaa ka qara qabuun, kashila ibiddaa ka muka dhaddachaatiin isin adaba.