Psalms 120:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Teesumti anini isani keesa tau, akuma nama Meshekifi worra Kedari keesa tau, hamtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani Meesheekiin keessa waan jiraadhuuf; banii biyya Qeedaarii keessa galtuu ta'ee waan jiraata'aaruuf, na hobbaasi!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ana ka lafa worra Mesheekiititti galee, dunkaanii worra Qedaarii keessa le'uuf aanne'e!