Psalms 121:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni yo atini deemtufi yo atini galtule, arrafi haga hegerile, si qorqorata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Adha irraa jalqabee baraa haga bara baraa Rabbi bayaa fi gala kee hin eega.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa bayaa fi gala keeti ammaa jalqabee haga bara baraatitti hin eega.