Psalms 122:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini worri, Beeni, Mana AABBO Waaqa nu yaasi nani jennaani guddo gammade.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa «Gara mana Rabbii haa deemnuu» naan jedhan ani hin gammade.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Gara mana Mootii Waan Maraa dhandha!» yennaa isaan naan jedhane ani gammade.