Psalms 122:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Fullaani gochiti Israeli d'ufte, jecha AABBO Waaqa gula, galata isaa deebiftu tana.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gofti Israa'elii maruu akka ajaja isaatitti; galata Rabbii dhiyeessu'uuf baniin Rabbii achii dhufan. qachattii tana keessatti wol gayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma ajaja Israa'eliif kennameetitti, achitti maqaa Mootii Waan Maraa leellisiisaaf, gosi Mootii Waan Maraa ol bayan.