Psalms 122:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yerusalemuu nagaya kad'ad'a waan jettani: Nami si jaalatu ha woi horatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Qachaa Yerusaalemii keessa akka nageenni jiraatu kadhadhaa'a; «Worri si jaalatu maruu haa lalisuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nageya Yerusaalemiitiif daadimadha'a: «Worri isii jaalatu milkowuu ti.