Psalms 122:9 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Maro Mana AABBO Waaqa keennatifi anini hormaata si kad'ad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yerusaalem sababaa mana Rabbii Waaqa keennaatiif akka wonti mishaan sii ta'u hawwa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sababa mana Mootii Waan Maraa Waaqa keennaatiif, ani waan dansaa si'iif hin halcha.