Psalms 124:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ato sila AABBO Waaqi gama keenna jiraachu baate, gaafa nyaapi keenna nu had'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Uduu Rabbi nu woliin jiraachuu baatee hennaa diintonni teenna nu miidhan
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Yennaa diinoti keenna nu lolanu, Mootiin Waan Maraa adoo nu woliin jiraatuu dhabaatee,