Psalms 124:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Koota, AABBO Waaqa, ka nyaapa keenna jalaa nu baase, galata deebimna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin akka diinni keenna nu balleessu nutti hin dhiifne haa galatoomu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilkaan isaanii akka nu kukkutatu ka nu hin lakkisin, Mootiin Waan Maraa leellifamuu ti.