Psalms 124:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qarqaarsi keenna AABBO Waaqa, ka lafafi gubba uume iraa d'ufa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Nu gargaarsa kana Rabbii ardi'ii fi samii uume irraa arganne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maqaa Mootii Waan Maraa ol-gubba'aa fi lafa dadeen, nuuti qarqaarsa dhagganne.