Psalms 125:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami AABBO Waaqa abdatu gaara Sioni fakaata, ka nami dandae chochoose imbuqimne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Rabbiin hedatan; akka gaara Tsiyoonii ka uduu hin raafamne baraa haga bara baraa jiraatuuti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Mootii Waan Maraatitti addatu akka gaara Xiyoonii, ka ijjumaa hin tachoone, ka haga bara baraa jabaatee dhaabbatuu ti.