Psalms 125:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma gaareeni Yerusalemu marsitu akasuma AABBO Waaqi gumi ufi ammaafi hegerile marse qorqorata.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma gaarran naannaya Yerusaalemii jiran akkasuma Rabbi naannaya banii ufii jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma gaaroti Yerusaalem marsaneeranu, ammaa jalqabee haga bara baraa, Mootiin Waan Maraa kolbaa ifii hin marsa.