Psalms 125:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa nama dansa, ka seera kanke guutuu, waan dansa tolchi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! yabo'oo worra misha'aa, worra qajeela'aaf waan mishaa godhi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, worra dansaa te'eef, worra gadhaa ifii keessatti qajeelaa te'eefille dansaa godhi.