Psalms 126:4 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, akuma bokeeni, laga yaasu, akasuma lafa teennati nu deebisi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! akkuma roobni gammoojjii Neegeebiitii bisaan kennu qabeenna keenna ka booji'ame nuu deebisi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, Goomolee kibba Kana'aaniitiif akkuma bisaan deebittu, akka dur jirrutti nu deebisi.