Psalms 127:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja AABBO Waaqi mana injaarini ijaartu woma imbaatu. Hojja AABBO Waaqi dira ineegini hujiini nama eegu woma imbaatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mana yoo Rabbi ijaare malee worri mana ijaaru duwwama dadhaban; qachaa yoo Rabbi eege malee worri eegu duwwama dadhaban.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa mana yoo hin ijaarin, worri mana ijaaru akkasumaan itti elowan; Mootiin Waan Maraa qachaa yoo hin eegin, eeddoti qacha'aa akkasumaan elowan.