Psalms 127:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aki nami huji sagale ira argatu jed'e ganama lafaa kae ammalle halkanile ture rafu woma imbahufi. Wonti akanatiifi AABBO Waaqi nama jaalatu, ato inni rafu liqimsa kennaafi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ganama obboro'oon ka'a'aa waan ittiin jiraatan argatu'uuf xaara'aa galuun duwwa'a; Rabbi namoota jaalatuu hirriba kenna; waan isaan barbaachisu isaanii qopheessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa worra jaalatuuf foora waan kennuuf, bari'iin ka'iis, turanee rafiis, bu'aa hin qabu.