Psalms 127:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ijoolleeni waan AABBO Waaqi namaa kennu; isiini eeba d'ugaa ta isa iraa argatani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daa'imman kennaa Rabbiiti; daraaraan gara'aallee gatii isaati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ijoolleen kennansa Mootii Waan Maraa ti; midhaan gadaamessaa, eebba isaa ti.