Psalms 129:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haguma gaafa kaimoma kiyyati asi nyaapi kiyya ya aka male na gaargalche, ammo taka na indabsanne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Dhugamaan daa'imummaa kiyya irraa jalqabanii na dhiphisan; ammo na hin mooyanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Isaan dargaggummaa tiyyaa jalqabanee, guddoo na rakkisaneeran; te'uu malee na hin injifanne.