Psalms 129:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
nami tokoleeni isi haame wolti guure baate indeemini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka marga haamanii harka namaa hin guunnee; cum'oo harka namaa hin guunne haa ta'anii.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
marri sun qabaa harka nama isa haamuu, yookiin hanqafoo isaa hin guutu.