Psalms 129:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami Waaqi si eebisinna, nu maqa AABBO Waaqatifi si eebimna jed'u injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri isaan bira lufan diintota Tsiyooniitiin, «Rabbi isin haa eebbisu! maqaa Rabbiitiin isin eebbifna!» isaaniin hin jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri achiin dabaru, «Eebbi Mootiin Waan Maraa isiniif te'uu ti! Nuuti maqaa Mootii Waan Maraatiin isin eebbinna!» isaaniin hin jedhin.