Psalms 13:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, atini haga yoomi na ded'u lakifta? Haga jiru jireennati? Haga yoomi na d'okhachu lakifta?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi, haga yoomii na irraanfatta? haga bara baraa na irraanfattaa? haga yoomii na jalaa dhokatta?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, ati haga yoomii na deeta? Haga bara baraa tii? Haga yoomii fuula keeti na duraa dhoffatta?