Psalms 13:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa kiyya na ilaali, dubbi tana na jalaa qabi. Irre naa kenni, duu na d'owi,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi; Waaqa kiyya! laali; na dhagayille'e; mugee akka hirriba du'aa hin rafne ija tiyya naa bani.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, Waaqa kiyya na ilaalii, deebii naa deebisi. Jabeenna kiyya adde'etti naa deebisi; akka du'u na hin godhin.