Psalms 13:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, waan atini waan dansa na tolchiteefi sii sirba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbii na gargaare hin galatoonfadha; maqaa Rabbii maraa oliitii hin faarfadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa waan dansaa waan naa godheef, ani isaaf hin faarfadha.