Psalms 130:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini nama halkani lafa eegu, ka bari lafa eegu ira, AABBO Waaqa abdad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga waardiyyaa bariisaa eegu caalaa; ee, waardiyyaan bulee bariisaa eeguu caalaa, lubbuun tiyya Gooftaa hedatti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Eeddota bari'iisa eegatanu caalaa, ee, eeddota bari'iisa eegatanu caalaa, lubbuun tiyya Goottaa eegatti.