Psalms 130:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Israeli AABBO Waaqa abdad'i, jaalalti isaa ind'umatu, inni hojja ch'ufa kurfo jira, aka si baasu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbiin bira jaalala, isa birallee fayyinna gudda'atu jira; Israa'el Rabbiin abdii godhadhu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jaalalli bara baraa Mootii Waan Maraa bira waan jiruuf, wodiisaaf hunni guddoolle isa bira waan jirtuuf, ee Israa'el, Mootii Waan Maraatitti addii godhadhu.