Psalms 132:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hojja ilmaani tante wold'aqisa kiyya guute seera anini worra kennele jabeesite, ilmaani isaanileeni haga jiru jireenna fulla tante hayyu taati jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yoo ijoolleen tee waada'aa fi ajaja ani kennuuf eedde, ijoolleen isaanii ka siin maayessaa baraa haga bara baraa mooyan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmaan teeti Gondooroo tiyya yoo eegatane, ajaja ani isaan barassiisu yoo eegatane, ilmaan isaaniille haga bara baraa barcumaa mootumma'aa keeti irra hin tee'an» jedheera.