Psalms 132:14 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tunini fulla anini haga jiru jireenna iti gale, keesati nama fidu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Huleen tun baraa haga bara baraa hulee ani hara itti baafadhu; waan filadheef hulee jireennaa godhadheera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni, «Tun haga bara baraa addee foora kiyyaa ti; ani waan isii jaaladheef, addee le'u isii hin godhadha.