Psalms 132:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini nyaapa isaa aka male ch'eersa, ammo hayyumti isaa guddateti jabaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Diintota isaa akka salphinna uffatan taasisa; inni ammo gulloo ulfinnaa ka ifu godhata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Diinota isaa qaanii itti hin uffisa; kallachi isa irraa ammoo hin balaqqisa» jedheera.