Psalms 132:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bethlehemu keesati nu waan Sanduqa Wold'aqisa d'ageenne, oobru Yearimu keesati agarre.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Laagaa kakuu isaa Efraata'atti dhageenne; biyya Qiriyaati'aarimii keessatti argine.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti Efraata'atti marroo Saanduqa Gondooro'oo dhageenne; diida Yaa'ariititti isii dhaggine.