Psalms 132:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nu waan jenne, koota, Mana AABBO Waaqa d'anne, barch'uma isaa durati isa kad'anna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa akkana jenne, «Koottaa gara mana Rabbii haa deemnuu; luka isaa jalatti haa sagannuu.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kowa'a, gara addee Mootiin Waan Maraa le'uu dhandhaa! Ejjeta miila isaa jalatti isaaf sagannaa.