Psalms 132:8 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee Waaqa, Sanduqa Wold'aqisa ka jabeenna kanke garsiisu woliini mana kanke kooti, haga jiru jireenna arma tai.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! ka'i; Saanduuqa waada'aa ka hunna kee mudhisu woliin gara mana woyyumma'aa ka ati hara itti baafattuu seeni.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, ka'i! Saanduqa Gondooro'oo ka hunna teeti mudhisu woliin, gara addee foora keetii dhaqi.