Psalms 133:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti sunini d'ad'a gati gudda qabu, ka Harunini muudani, ka matafi areeda isaa iraa yae morma ubaara isaati jigu fakaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka dhadhaa ejersaa ka mataa Aaroonii irraa, haga areedaa, ka uffata isaa gubba'aa haga qaccee jala yaa'uu, ka urgaa mishaa qabuuti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tokkummaan tun akka zayitii ejersaa ta gatii guddo'oo ta mataa irraa areeda irra gad yaatu, areeda Aaronii irra, haga handaara woyaa isaa gad yaatuu ti.