Psalms 133:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle fit'eesa gaara Hermoni, ka kubile Sioni jiisu, fakaata. Arti irati AABBO Waaqi eeba jireenna ind'umanne namaa kenna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka copha gaara Tsiyoonii ka Heermooniin irraa xoxuutitti; achitti Rabbi eebba ufiitii fi jireenna bara baraa ajajeera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tokkummaan tun akka fixeensa gaara Hermoonii, ka gaarota Xiyoonii irratti bu'uu ti; eebbi jiruu bara baraa achi irratti akka dhaggamu Mootiin Waan Maraa ajajeera.