Psalms 134:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Koota, hojattuuni isaa ch'ufti ta halkani mana isa keesa hojattu, AABBO Waaqa faarsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin garboonni isaa! worri halkan mana woyyuu keessatti tajaajiltan martinuu, kootta'aa Rabbiin galatoonfadhaa'a!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin tajaajiltooti Mootii Waan Maraa marti, worri halkan Galma Mootii Waan Maraa keessa tajaajiltanu, Mootii Waan Maraa leellisa'a!