Psalms 134:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mana isaa keesati harka olfud'ad'a, AABBO Waaqa kad'ad'a isa faarsa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mana woyyumma'aa keessatti; harka keessan kadha'aaf badhisaa'a, Rabbiin galatoonfadhaa'a!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addee Woyyittii keessatti harka keessan ol kaasa'aa, Mootii Waan Maraa leellisa'a!