Psalms 135:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqa faarsa! Hojattu AABBO Waaqa
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Halee luyaa! Rabbiin galatoonfadhaa'a; maqaa Rabbii jajaa'a; isin garboonni Rabbii Rabbiin galatoonfadhaa'a.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootii Waan Maraa leellisa'a! Maqaa Mootii Waan Maraa leellisa'a; ee tajaajiltoota Mootii Waan Maraa, isa leellisa'a!